Biyya Biqiltuu dhaabdu Dhaloota Nama Nama boonsu Mata duree jedhuun Sagantaan jalqabsiisa ashaaraa magariisaa bara 2016 gaggeeyfame

Biyya Biqiltuu dhaabdu Dhaloota Nama Nama boonsu Mata duree jedhuun Sagantaan jalqabsiisa ashaaraa magariisaa bara 2016 gaggeeyfame. Mootummaan Diinagdee Ashaaraa magariisaa jijjiirama haala qilleensaa hir’isuu danda’u lafa qabsiisuuf hojjechaa jiraachuu Itti Gaafatamaan Biiroo Qonna Bishaan Albudaa fi Inarjii bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Nuraddiin Abdallaa baninsa sagantichaarratti ibsan. Sagantaalee walfakkaataa akkanaatiin yeroo dabretti biqiltuuleen miliyoona 5.7
Read More

Hundeeffama Kabajamoo Doktar Artist Alii Biiraa Faawundeeshiniin Hoteela Addis Ababa Sky Light jedhamutti ifooma jira.

Kaayyoon bu’uura kana hundeessuuf hojiiwwan aartiistichi osoo lubbuun jiruu jalqabe itti fufsiisuun dhaloota dhufuuf dabarsuu akka ta’e himama. Keessattuu, xiyyeeffannaan guddaan kaayyoowwan artistii Alii Biraa damee barnootaa fi hawaasummaan osoo lubbuun jiruu jalqabe galmaan gahuu akka ta’e sirnicha irratti ibsameera. Sagantaa hundeeffamni Faawundeeshinii Kabajaa Dr. Artist Alii Biraa itti labsame keessatti haadha warraa aartiistichaa Aadde
Read More